Trending Now
HAARAWA
Muummichi Ministeraa, Dr Abiyyi Ahmad, kaabinee haarawa dhaaban
Muummichi Ministeraa, Dr Abiyyi Ahmad, kaabinee haarawa dhaabaniiru. Kaabinoota kana keessatti Ob Umar Huseen, itti-aanaa pirezidaantii Oromiyaa, Daayireektara Gaaliiwwanii fi Gumruuka Itoophiyaa ta'udhaan muudamaniiru....
Dr Abiyyi kaabinee isaa boru paarlaamatti akka dhiyeessu beekameera
Siraaj Fageessaa, barreessaan Komaand Poostii fi ministerri Ittisa Biyyaa, kaabinee muummicha ministeraa Dr Abiyyi keessatti akka hin ammatamne barame. Siraaj Fageessaa hanga daqiiqaa dhumaatti...
Haasawa Dr Abiyyi Ahmad, muummichi ministera Itoophiyaa, magaalaa Ambootti godhan
Haasaa Mummichi Minstra FDRI kab. Dr. Abiy guyyaa har’aa Magaalaa Ambootti taasisan
• Kabajamtoota Aanga’oota Mootummaa Ol’aanoo
• Kabajamtoota Ummata Magaalaa Amboo fi Naannawaa ishee
• Kabajamtoota...
Woraanni Agaazii Ayyaantuu Muhaammad irratti ajjeechaa suukkanneessaa raawwate
Agaaziin lubbuu Ayyaantuu Muhaammad Shaanqoo bifa suukkanneessaa ta'een galaafatte. Ayynaatuun kan ajjeefamte Harargee Bahaa, magaalaa Qobbootti. Ayyaantuun ulfa turte. Gochi suukkanneessaan Ayyaantuu irrratti rawwatame...
SIYAASA
Muummichi Ministeraa, Dr Abiyyi Ahmad, kaabinee haarawa dhaaban
Muummichi Ministeraa, Dr Abiyyi Ahmad, kaabinee haarawa dhaabaniiru. Kaabinoota kana keessatti Ob Umar Huseen, itti-aanaa pirezidaantii Oromiyaa, Daayireektara Gaaliiwwanii fi Gumruuka Itoophiyaa ta'udhaan muudamaniiru....
DIINAGDEE
Qabeenyi biyyattii qisaasamaa jira; Pirojeektiin Shukkaaraa Xaanaa Balas kasaaraa qarshii biliyoona...
Pirojeektiin Xaanaa Balas yeroodhaan xumuramee hujitti galuu dhabuun isaa Itoophiyaa kasaaraa qarshii biliyoona 8.4'f saaxile. Rakkoon kuni kan mudate warshaan shukkaaraa kuni ijaaramee yeroodhaan...
Sheek Allaamuddiin (MIDROC) hayyamni worqii Laga Danbii akka haaromuuf gaafate
Kubbaaniyaan MIDROC Gold Mine PLC, qabeenya Allaamuddiin, hayyamni worqii Laga Danbii, Godina Gujii, akka haaromuuf Ministera Albuudaa gaafatuun isaa beekame. Gaafiin kuni kan dhiyaate...
SAAYINSII FI TEKNOLOJII
Itoophiyaan Interneetii danquu fi ugguruun addunyatti sadarkaa lammaffaa qabatte
Akka dhaabbanni Freedom House jedhamu kan dhimmoota mirga dhala namaa, walabummaa dimookraasii fi siyaasaa hojjachuun beekkamu gabaasa qorannoo isaa kan bara 2017 baasetti: Itoophiyaan...
ISPOORTII
Piriimer Liigii Cheelsiin, La Liigaa Riyaal Maadriid, Shaampiyoonsi Liigii Baarseloonaan akka...
Taphoonni Piriimer Liigii Ingiliizii fi liigota Awurooppaa biroo qabsoo liigiicha moo’achuuf taasisan haalaan cimsanii itti fufanii jiru. Jalqabaa kaasee hanga dhumaatti dhimmi deeggartootaa kilabootaa...
Atleet Eebbisaa Ijjiguu fiigicha Kanaadatti geggeeffame irratti Woyyaanee balaaleffate
Atleet Eebbisaa Ijjiguu fiigicha Maaratooni Kubeek (Kanadatti) geggeeffame irratti harka isaa lamaan olqabuudhaan mormii mootummaa Woyyaaneef qabuu fi deeggarsa qabsoo Oromoof ibse. Ebbisaan mallattoo...
FAYYAA FI JAALALA
Barattoonni Yunivarsiitii 16 balaa konkolaataan dhuman
Lubbuun barattoota Yunivarsiitii 16 balaa konkolaataa guyyaa har'aa naannoo magaalaa Cirootti dhaqqabeen galaafatameera. Konkolaataan humna isaatii olitti barattoota 40 fe’ee imalaa ture garagaluu isaati...
BASHANNANAAFI AADAA
Irreessi Hara Arsadiifi biyyoota addunyaa garagaraa keessatti bifa oo’aan kabajame
Irreessi bara 2015 Bishooftuu (Hara Arsadii) fi biyyoota addunyaa garagaraa keessatti bifa hedduu oo'aa ta'een kabajame. Bara kana Irreessi Oromiyaa magaalaa Bishooftuutti, Hara Arsadii,...
Sagaleen Oromoo Idil-addunyaa agarsiisa aadaa Toroontotti qopheessuuf
Dargaggoonni Oromo “Oromo Voice International OVI" (Sagalee Oromoo Idl-addunyaa), sagantaa agarsiisa aadaa mataduree Tokkummaa jedhuun Onkoloolessa 11 bara 2015 Toroontotti qopheessuuf qophii irra jiraachuu...