Mootummaan abbaa-irree Miyaanmaar filannoodhaan moo’atamuu isaa ibse

Filannoo Dilbata kaleessaa Miyaanmaar keessatti geggeeffameen mootummaan abbaa irree (bulchiinsi humna woraanaa) kumee hedduuf biyyattii bulchaa ture injifatamiinsi hamaan isaa mudatuu amane. Bu’aan filannoo hanga...

Mootummaa ce’umsaa Burkiinaa Faasoo irratti fonqolchaan geggeeffame

Humni ittisa Burkiinaa Faasaa mootummaa cee'umsaa biyyattii irratti fonqolchaa geggeessuu isaa ifa taasise. Humni woraanaa tankaarfii kana mootummaa cee'umsaa Kanfaadoo irratti kan fudhate filannoo...

Gamtaan Awurooppaa labsii kootaa baqattootaa ifa godhe

Gurri oduun baqattoota Sooriyaa irraa gara Awurooppaatti ce'anii hinseenne, ijji gidiraa baqattoota Awuroppaa seenuuf yaalii godhan irra gayu hinargine jiraa laat? Oduun gaddaafi shororkaa...

AllAfrica: The change Muhamadu Buhari has brought to Nigeria with in 100 days

Nationwide-wide electrical outages nearly shut down Africa's largest economy before the inauguration of President Muhammadu Buhari in late May. But now the lights are...

Naayjeeriyatti jiraattonni gandaa nama shorbaa hate jedhan jiraa gubanii ajjeesan

Namoonni sadi fooliin shorbaa gandaa ganamaan nujeeqe jedhan gara mana shorbaan keessaa urgaayuutti qajeelan. Mana shorbaan keessatti qophaayaa ture seenuudhaan  ibidda irraa shorbaa fudhatanii...

Dooniin Liibiyaa gara Xaaliyaanii imalaa turte dhidhimtee namoonni 40 ol dhuman

Oduun galaana Mediteraaniyaan silaa dhuma hinqabu. Dooniin baqattootaa Liibiyaa gadi lakkifte gara handaara galaana Xaaliyaaniitti qajeelte nagaan Xaaliyaanii gayuu hindandeenne. Doonii baqattoota humna isii...

Hidhattoonni garee Bokoo Haraam kaaba-baha Naayjeeriyaatti 150 ajjeesan

Hidhattoota garee Bokoo Haraam ta’uu hinoolle kanniin jedhaman kaaba-baha Naayjeeriyaatti namoota 150 oli ajjeesuun isaanii gabaafame. Ajjechaan jiraattota irratti raawwate kuni gochoota heduu suukkanneessaa...

Kaaraachii Paakistaanitti hidhattoonni namoota 45 ajjeesanii heddu madeessan

  Magaalaa Kaaraachiitti, Paakistaan, hidhatoonni doqdoqqeen turan otobisii seenuudhaan dhukaasa bananii daandii Kaaraachii dhiigaan lolaasan. Rukuttaa kanaan hanga ammaatti namoonni 43 du’uun mirkanaayeera. Kan madaayan...

Pr. Pool Kagaamee marraa 3ffaaf filachuuf Ruwaandaan heera fooyyessuuf deemti

Perezidaantiin Ruwaandaa Pool Kagaameen marraa 3ffaaf kaadhimamaa perezidaantii ta’ee dhiyaachuuf qophii eegale. Rakkoon: dheebuun isaa kan cabu yoo heerii biyyattii fooyya’e qofa. Paartiin biyya bulchu hujii...

Ayhuudonni Itoophiyaa Tel Aviiv keessatti hiriira mormii guddaa taasisan

Ayhuudonni Itophiyaa (Beta Israa’el ykn Falaashaa) kumaatamatti laakawaman hiriira mormii guddaa magaalaa Tel Aviiv keessatti geggeessan. Hiriirichi dhumarratti gara hookkaraatti geeddarame. Beta Israa'eloonni (Ethiopian Jews)...
35,580FansLike
56FollowersFollow
2,329FollowersFollow
461SubscribersSubscribe