Gammadaa Waariyoo ‘Down Down TPLF!’ Woyyaanee fi Saharaa miliqee Kaayiroo seene

Gammadaa Waariyoo, gootichi Oromoo, ayyaana Irreechaa onkoloolessa 02, 2016 irratti ummata miliyoonaa hedduu fi kaameraa addunyaa funduratti Down Down Down TPLF! jedhaa Woyyaanee salphisee...

Balaaleffannaan gocha faashistii Woyyaanee biyyoota addaddaa keessatti cimee itti fufee jira

Sadaasa 2015 eegalee ajjeechaa Oromoo irratti raawwatamaa jiru balaaleffachuudhaan Oromoon biyya alaa jiraatu daangaa daangatti socho'aati kan jiru. Hiriira mormii geggeessaniin Oromoonni biyyoota Awurooppaa fi Ameerikaa...

Osoo hin dhihin garee Lammaa Magarsaa afaan Komaand Poostiitii buusuu qabna

Woyyaaneen yeroo kanatti kan xiyyeeffatte KFO fi ABO irratti osoo hin taane garee Lammaa Magarsaa irratti. Kuni maaliif? Ammatti KFO fi ABO caalaa kan...

Al Shabaab loltoota Itoophiyaa 60 ajjeesuu beeksise

Somaaliyatti gareen Al Shabaab haleellaa raawwateen loltoota Itoophiyaa naannoo Halgaanitti maandheffatan keessaa 60 ajjeesuu beeksise, akka gabaasa BBC’tti. Humni Gamtaa Afrikaa Somaalee keessatti bu’uurefatte haleellaa...

Dhaabbileen mirga namaaf falman ajjeechaan Itoophiyaa keessatti geggeeffamu qaama walabaan akka qoratamuuf waamicha dhiyeessan

Ibsi dhaabbileen mirga namaaf falman kunniin gamtaan baasan ajjeechaan, hidhaa fi doorsisaan bal"inaan naannoo Oromiyaa, Amaaraa fi Finfinnetti geggeeffamaa jiru kan hedduu isa yaachise...

EPRDF ammas teessoo paarlaamaa biyyoolessaa 546 dhuunfaachuu isaa Boordiin Filannoo ibse

Dhaabbanni Itoophiyaa naannoo woggaa 25f bulchaa ture, Addi Worraaqsa Ummatoota Itoophiyaa (AWUI) ykn EPRDF, filannoo biyyoolessaa Caamsaa dabre keessa  tasifameen moo'achuu isaa Boordiin Filannoo...

Abbootiin Gadaa Oromoo mootummaa Woyyaanee cimsanii balaaleffatan

Mootummaan Woyyaanee Abbootii Gadaa Oromoo naannoo hunda irraa wolitti fidee guyyaa sadiif haala yeroo irratti marii geggeessaa tureera. Mariin kuni Hagayya 30 – Fulbaana...

Oromoon moo’aara: Irreen ummataa huumna kamuu ni injifata

Sababni isaa woma fedhee haa ta'uu, Oromiyaan Onkoloolessa 2017 isii Onkololessa 2016 fi san duraatiin adda. Siyaasni biyyattii saffisa worri fagoo jiru hubachuudhaaf rakkatuun...

Paaris keessatti namoonni 12 ajjeefamanii, 11 madoo taasifaman

Rukuttaa guyyaa har'aa magaalaa Paaris keessatti geggeeffameen namoonni 12 ajjeefamanii, 11 madoo taasifamuun bekame. Namoonni ajjeefaman gaazexeessota 10 fi poolisoota 2. Gulaalan gaazexaa Cherlii...

Injifannoo EPRDF fi kallattii qabsoo hegeree paartilee karaa nagaan Itoophiyaa keessatti socho’anii

Filannoo 2015 paartiin biyyattii wogaa 24 bulchaa ture EPRDF injifatee umrii bulchiinsa isaa gara 29 olguddise. Seenaa Itoophiyaa keessatti EPRDF bulchiinsa Haylasillaaseetti aanee isa...
65,219FansLike
67FollowersFollow
3,830FollowersFollow
958SubscribersSubscribe