Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee lafa heektaara 52,000 seeraan ala kanniin qabataniif woraqaa abbummaa kennuuf

Lafti bulchiinsa magaalaa Finfinnee jala jirtu hundi kan qabamte bifa seera qabeessaan hinturre. Hedduun namootaa lafa daangaa magaalaa Finfinnee irratti argaman bifa seera dhabeessa...

Raayyaan humna ittisa Itoophiyaa daangaa Keeniyaa cabsee seenuudhaan waajjira poolisii qabate

Raayyaan humna ittisa Itoophiyaa daangaa Keeniyaa cabsee seenuudhaan waajjira poolisii North Horr aanaa Marsabeet keessatti argamu tokko too’ate. Kuni kan ta’e hayyama mootummaa Keeniyaatiin...

Baqattoonni 24 hedduun isaanii lammiiwwan Itoophiyaa ta’an Galaana Diimaa irratti dhuman

Ministerri Haajaa Biyya-keessaa (MHB) Yamanii reeffi baqattoota Aafrikaa 24 galaana irraa guuramuu ibse. Reeffi baqattoota kanniinii kan argame eegdota daangaa galaana biyyattiitiin. Akka ibsa MHB...

Dubartiin Itoophiyaa Sa’udii Arabiyatti daa’ima wowworaantee du’aaf saaxilte du’aan adabamte: Lammiin biroos AK tti...

Lammiin Itoophiyaa biroos hate jedhame Johaanisbarg, Aafrikaa Kibbaatti dhagaan tumamee ajjeefame Dubartiin lammii Itoophiyaa ,Kadiijaa Muhaammad Iisaa, magaalaa Hafar al-Batiin, Kaaba-baha Sa’udii Arabiyaatti du’aan adabamte,...

Washington Post: As Ethiopia votes, what’s ‘free and fair’ got to do with it?

Ethiopia, Washington’s security partner and Africa’s second most populous country, is scheduled to hold national elections on May 24. The ruling Ethiopian People’s Revolutionary...

Perezidaantiin Somaaliyaa Alii Sharmarkee Muummicha Ministeraa godhuun muude

Perezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahmuud Sadaasa 17 ob.Omar Abdirahmaan Alii Sharmarkee Muummicha Ministeraa (MM) godhee muude. Perezidaantiin biyyattii kaadhimamaan MM Omar Abdirahmaan Alii Sharmarkee...

Filannoo 2015 fi kallattii xiyyeeffannaa miidiyaalee addunyaa

Duulli nafiladhaa filannoo biyyoolessaa 2015 akka itti fufetti. Socho’uun, duula nafiladhaa irratti bobba’uun kuni dhimma gufuu malee adeemaa jiru jechuun hindanda’amu. Komiifi qeeqni dhaabbileen...

Jilli ODF Oromiyaa seenee ture gara Awurooppaatti deebi’e

Jilli ODF J/Leencoo Lataan dursamu guyyaa muraasa dura Finfinnee seenuu isaa dubbi himaan dhaabichaa ob.Leencoo Baatii mirkaneessanii turan. Haata'uu malee jilli kuni turaatii guyyaa...

Embaasiin Itoophiyaa Yamanitti argamu humnoota wolworaananiin haleelame

Embaasiin Itoophiyaa Sana'aa Yaman jiru humnoota wolworaananiin haleelamuun himame. Akka dubbi himaan Ministera Haajaa Biyyalaa Itoophiyaa Andadolu Agency itti himetti rukuttaan kuni kan raawwate...

Gareen Biyya Islaamaa (ISIS) maallaqa isaa qopheessuuf murteeffate

Gareen Biyyoota Islaamaa (ISIS) jedhamuun beekamu seera diinagdee addunyaa harka biyyoota dhihaatti kufe geeddaruun dirqama jedha. Kanaaf ISIS barbaachisummaa omisha maallaqa isaa labse. Akka...
66,022FansLike
67FollowersFollow
3,830FollowersFollow
1,040SubscribersSubscribe