Kitaaba HAARAWA! $/€ 29.99

Kitaabni kun dhimmoota siyaasaa fi seenaa ijoo ta’an kan uf keessatti ammateedha. Kitaabichi kitaabota Afaan Oromoon haga ammaatti barraayaniin qabiyyeenis ta’ee akkaataa itti barraayeen adda. Kitaabni namni seenaa fi siyaas-diinagdee IOromoo irratti hubannoo cimaa qabaachuu fedhu dubbisuu qabu kana.
Address (teessoo) keessan gara nesru.hk@gmail.com ergaa. Kitaabichi guyyaa muraasa keessatti poostaadhaan isin bira gaya. Kan poostaa Euro 5 gatii kitaabichaa irratti dabaluu hin dagatinaa. Galatoomaa.