Humna hagam paaspoortiin harkaa qabdan ykn biyya keessanii akka qabu baruu feetuu?
Finlaand, Siwiidin, UK [1ffaa – 3ffaa]
Afgaanistaan, Iraaq fi Somaaliyaan [dhuma irra jiru]
Itoophiyaan jalaa ol 20ffaa irra jirti.
Kan kanaadaa, Noorweey, Austraaliyaa, Hoolaand, Jarmanii fi biyyoota biroos sadrkaa kam irra akka jiru isinumti barbaadaa…bira gayaa.