Seektariin turizimii jeeqamuun isaa kasaaraa diinagdee dhaqqabsiisuu fi Woyyaanee sharafa biyya-alaa dhabsiisuun beekame

Fincila ummataa yeroo woggaa tokkoo oliif geggeeffamaa tureen wolqabatee seektariin turizimii Itoophiyaa haalaan jeeqamuun isaa beekame. Balaan seektarii turizimii biyyattii irra gaye kuni mootummaa...

Investaroonni biyya-alaa mootummaa Woyyaanetti dudda kennaa jiru

Maqaa investimentiin mootummaan Woyyaanee ummata buqqisaa, garuu investaroota biyyaa fi biyya alaa albuudaa fi lafaan badhaasaati kan ture. Amma garuu, mootummaan Woyyaanee quba miilaan...

Naannoo Gambeellaatti Investaroonni lafa heektaara kuma heddu ‘dogoggoraan’ fudhatan jedhaman akka deebisan gaafataman

Bulchiinsa naannoo Gambeellaatti investaroonni 100 lafa heektaara kuma heddutti laakkawamu maqaa investimentiin fudhatan akka deebisan gaafataman. Murtee kana irra gayuu isatiif sababni mootummaan naannichaa...

Taaksiin Finfinnee tankaarfii hujii dhaabuu cimaa fudhachuudhaan mootummatti bowwoo biraa fidan

Seera taaksii haarawa mootummaan Gurraandhala 22, 2016 hujii irra oolche mormuudhaan taaksiin magaalaa Finfinnee guyyaa har’aa tankaarfii hujii dhaabuu fudhataniiru. Gatiin boba'aas akka hir'atu...

Oromiyaan dhaabbilee albuudaa irraa argachuu kan qabdu woggatti qarshii miliyoona 427 dhabde

Naannoon Oromiyaa dhaabbilee albuuda baasuu irratti bobba'an irraa woggaa tokko qofa keessatti (bara 2013) qarshii miliyoona 427 argachuun isiirra ture dhabuun isii ibsame. Kana...

Finfinnee keessatti lafti meetir iskuweerii 242 qarshii miliyoona 86’tti gurguramte

Gurgurtaa caalbaasii lafa magaalaa Finfinnee tibbana geggeeffameen lafti meetir iskuweerii 242 qarshii miliyoona 86’tti gurguramuun isii beekame. Lafti nuusa heektaaraa hin caalle tuni kan...

IMF diinagdee fooyyessuuf qabxiilee Itoophiyaan irratti xiyyeeffachuu qabdi jedhu tarreesse

Haalli diinagdee Itoophiyaa, akka wolii galaatti, gaarii fi fundurri isaas abdachiisaa ta’uu kan ifa godhe, gabaasni IMF, kallattiin xiyyeeffannaa barbaadanii fi wantoonni fooyya’uu qaban...

NCR Software Monitors Commercial Bank of Ethiopia’s Multivendor ATM Network

NCR Corporation, the global leader in consumer transaction technologies, today announced that Commercial Bank of Ethiopia (“CBE”), the leading bank in the country, has upgraded...

Dr. Teferi Mergo: A Few Questions to the Policymakers at the National Bank of...

In a baffling decision, you have suspended the top officials of the Cooperative Bank of Oromia (CBO) for reasons that have not yet been...

Jireenyatti milkaayuu barbaadduu? Qabxiilee kanniin irratti xiyyeeffachuu hindagatinaa

Wantoota akka laayyotti harka namaatti hinkufne keessaa inni tokko injifannoo ykn milkii jireenyaa argachuudha. Hedduun namaa milkaayuu nihawwa; kan dhugatti milkaayu garuu waa xiqoodha....
35,580FansLike
56FollowersFollow
2,329FollowersFollow
461SubscribersSubscribe